Marii biyyaaleessaa Itiyoophiyaa keessatti taasifamuuf jiruuf Komishiniin marii biyyaaleessaa qaamooleen hidhannoon mootummaa waliin wal lolaa jian keessatti akka hirmaataniif waamicha dhiyyeessee ture. Qaamoleen hidhatanii mootummaa waliin lola keessa jiran Waraanni Bilisummaa Oromoo fi Faannoon Amaaraa waamichi nu dhaqqabe hin jiru jedhu. Mitikkuu Fiqaaduu qophii dirree dimokiraasii dhimmma kana irratti kan qaamota sadeen irraa Sagalee Ameerikaaf deebii kennan walitti-fiduun waan qopheesse qaba.
WBO fi Faannoon Waa’ee Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Taasisamuuf Deema Jedhamee Maal Maal Jedhan?
Your browser doesn’t support HTML5