Duula Filannoo Yunaayitid Isteetis Irratti Kaadhimamtoonni AI Yokaan Sammuu Namtolchee Ni Fayyadaman

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Filannoo prezidaantummaa Yunaayitid Isteets bara 2024 taasifamu irrati kanneen paartiiwwan isaanii bakka bu’adhaan dorgoman Joo Baayidenii fi Doonaald Traamp duula na filaadhaa geggeessan irratti Sagalee kennitoota isaanii hawwachuudhaaf Tekinooloojii sammuu nam tolcheeti yokaan AI ni fayyadamu. Gabaasaan Sagalee Amerikaa Skaat Isternsi filannoo Yunaayitid Isteets kana irratti itti fayyaadama tekinooloojii kan ilaalchisuun gabaasaanqopheesse Bafiqaaduu tu dhiheessa.