Meeshaa Waraanaa Yunaayitid Isteetis Isiraa’elitti Ergituun Wal-qabatee Dhimmi Wal-waraansa Gaazaa Keessaa Ijoo Wal-falmii Filannoo Tahe

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Meeshaan waraanaa gama Israa’elitii ergamu hangi tokko akka turu Yunaayitid Isteetis murteesuu isheetiin walqabatee, walwaraansii Gaazaa keessatti taasifamaa jiru ijoo wal-falmii dorgommii Prezidaantummaa Yunaayitid Isteetis ta’ee jira. Dhimmacha irratti ejjennoo prezidaant Joo Baayiden qaban ilaalchisee Doonaald Tiraamp miseensota paartii Ripablikaanotaatti makamuudhaan Baayideniin qeeqanii jiru. Dhimma kanarratti gabaasii Veeroniikaa Baaldaraas Igilisiyaasiin VOAdhaaf qopheessite Befiqaaduu Morodaa tu dhiheessa.