Aadde Liidiyaa Shefridii fi Proojektiilee Gargaarsa Barnootaa fi Fayyaa Isheen Tigiraay Keessatti Hundeessite

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Aadde Liidiyaa Shefrid dhalatanii kan guddatan Tigraay godinaa Giddu Galeessaa, Weredaa Hahayile keessatti kan argamtu ganda Feresmaay jedhamtu keessatti. Dargii fi Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay gidduutti ennaa waraansi ka’e dargaggummaa isaaniitti baqattummaaf saaxilamuu isaanii dubbatu. Waggoota hedduu booda xumura bara 1990mootaa irra gara qe’ee dhaloota isaanii Feremsaayitti deebi’an. Sagalee Ameerikaa, Sagantaa Afaan Tigree Berhaan Haailuutu Aadde Liidiyaa dubbise. Tujubeen gara Afaan Oromootti jijjiiruun qophii qindeessite qabna.