Godaantummaa irraa gara lammummaatti: Namoonni gara Ameerikaa godaanan Filannoorratti sagalee kennuun hoom hayyamamaf?
Your browser doesn’t support HTML5
Deebiin isaa, eeyee, garuu erga “Nachuraalaayized siitizinis,” lammuummaa biyyattii argaanii booda.Kunis adeemsa dheeraa giriin kaardii argachuu irraa jalqabu, kaardii jiraataa dhaabbataa – permaanent siitizin - jedhamuunis beekama. Ibsituu Aliin Baarosin qophaahe Tigist Gammeetu dhiheessa.