Muummichi Ministaraa Itiyoophiyaa Ministara Ittisaa Biyyattii Dabalee Ministaroota Muudan

  • VOA

Injiner Ayisha Mehammed ministera ittisaa ta'uun muudaman.

Muummichi ministeeraa Itiyoophiyaa Abiy Ahimed ministeerota muudaniiru. Akkuma kanaan Injiner Ayisha Mehammed ministera ittisaa, Dr. Abrahaam Belay ministra Ministeera jal’isii fi naannoowwan Gammoojjii akkasumas taayitaa minister deettaatti waaltaa qindeessa ijaarsa sirna dimokraasiif Dr. Mohamed Indrisiin har’a muudaaniiru.