Prezidaant Baayidenii fi Mormituun Isaanii Traamp Filannoo Dhufuuf Deggarsa Filattoota Lammiwwan Gurraachaa Hawachuuf Duula Gaggeessaa Jiru

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Dorgomtoonni pirezidaantummaa Yunaaytid Isteetis Joo Baayiden fi Doonaald Tiraamp gam agama isaaniin deggarsa filattota lammiwwan gurraachaa hawachuuf duula gaggeessaa jiru. Oduu gabaasaan sagalee Ameerikaa Iskaat Isternis duula na filadhaa pirezidaantummaa kun, akkamitti lammiwwan Amerikaa kanneen hidda dhalata Afriikaa qaban irratti akka qiyyaafatee ilaalchisee kana gabaasee qaba. Jallannee tu dhiyeessa.