Atleetonni Itiyoopiyaa Qabxii Ol Aanaa Galmeessisan

Your browser doesn’t support HTML5

Atleetonni Itiyoopiyaa Qabxii Ol Aanaa Galmeessisan

Dorgommii Daayimandii Liigii Istookhoolm meetira 3,000 gugfachisaattin gaggeeffame irratti fageenya kanaan kan rikoordii addunyaa harkaa qabu Lamecha Girmaa sa’aatii saffisaa waggaa kanaa galmeessun injjiffateeraa, Saamu’eel Firuuw ammoo sa’atti dhunfaa isaa galmeessisuun lammaffaa yaggu bahuu atileet Getineet Wale 4ffaa bahuun xumureera. Dorgommii meetira 1500 fi meetira 800 dubartootaan Birke Hayalom fi Nigist Hayalom lamaan isaaniiyyuu sadarkaa 4ffaa qabachun xumuran. Fiigicha kana hordofuun atileet Lamecha Girmaa fi Saamu'eel Frew dubbisneeraa.