Prezidaant Baayidenii fi Mormituun Isaanii Doonaald Traamp Murtii Yakkaa Traamp’rratti Murame Duula Na Filadhaaf Fayyadamaa Jiru

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Prezidaant Baayidenii fi Mormituun Isaanii Doonaald Traamp Murtii Yakkaa Traamp’rratti Murame Duula Na Filadhaaf Fayyadamaa Jiru

Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis duraanii Doonaald Tiraamp himannaa galmee daldalaa sobaa ykn dogoggorsaatiin eega yakki itti muramee booda, ji’a dhufu murtiin hidhaa itti murtaa’uu akka danda’u tibbana dubbatamee jira. Murtii kana Tiraamp fi Baayiden duula na filadhaa geggeeffataa jiran irratti deeggartoota ittin horachuuf itti fayyadamaa jiru. Garuu filattota hin murteeffatiin jiran ammallee akka murteesuuf rakkatan agarsiisa, yaadni xiinxaltootaa. Dhimma kan irratti Gabaasa Veronica Balderas Iglesias ergiite Jaallannee tu dubbisa.