Meetii Getaachoo, Durbee Barattoota Bara Kana Yunivarsitii Meriilaand Irraa Eebbifaman Bakka-bu'uun Haasawa Taasiste

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Barattoota bara 2024 Yunivarsitii Meeriilaand irraa qabxii olaanaa galmeesuun eebbifaman keessaa Meetii Getaachoo Itichaa tokko dha. Gosti barnootaa barattees mootummaa fi siyaasa ykn “Government and Politics” jedhama. Sirna eebbaa sana irratti eebbifamtoota bakka bu’uun kan haasawa dhiheessitu ykn "commancenment speaker” ta’uun haasaawaa dhageesiiftee jirti. Jaallannee Gammadaa Meetii fi abba ishee dubbisuun gabaasa qindeessite qabdi.