Prezidaant Joo Baayiden Kan Fransaayitti Geggeessame Sirna Yaadannoo Weerara Noormaandii’rratti Argamuun Haasawa Taasisan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Pirezidaant Joo Baayiden sirna kabajaa waggaa 80ffaa biyyoonni michuuwwanii weerara Noormaandii, kan ittiin biyyoota Awurooppaa humna Naazii Hitiler irraa bilisoomsan kabajan irratti hirmaataniiru. Yaadannoo lola gurguddoo waraana Addunyaa lammaffaa keessaa tokko kan ta’e kanarratti Baayideen Haasaa dhageessisaniinis Weerara Raashiyaa irrattis tokkummaan barbaachisaa ta’uu dhaamaniiru. Anitaa Paawel qarqara galaana Omahaa, Faransaay Noormaandii irraa gabaasaa sagalee Ameerikaaf ergite Mitikku Fiqaaduutu dhiyyeessa.