Bobbaa Hoomaa Dirooniwwanii Fi Roobootota Lafoo Nama Tokko Qofaan Geeggeessuun Ni Danda’ama, Jedha Waraanni Yunaayitid Isteetis  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Hoomaa dirooniwwanii fi roobootota lafoo oppereeshinii isaanii irratti muddama utuu hin dabalin nama tokko qofaan qindeessuun ni danda’ama, jechuudhaan waraanni Yunaayitid Isteetis beeksiseera. Juulii Taaboh kana ilaalchisuun gabaasaa qindeessite, Bafiqaaduu tu dhiheessa