Simee Tufaa: WalooBarreessaa Walaloolee fi Yeedalowwan Sirboota Oromoo Bebbeekamoo

Your browser doesn’t support HTML5

Simee Tufaa barreesaa walaloo fi yedeloo sirboottan Afaan Oromoo ti. Amma ammatti walaloo sirbaa 400 ol hojachuudhaan weelisatoota adda addaatiiff kennuu isaa dubbata, Simeen. Walalootaa fi yedeloowwan 400 kana keessaa sirboottan muraasa irraa kan hafee kaffaltii malee akka tolaan hojjachaa turellee ibsa . Hiryaa isaa kan ture Walisaa Oromoo Haacaaluu Hundeesaatif sirboottan 14 qopheesee akka kennes, ibsa isaa keessatti eeree jira. Yeroo amma as Yunaayitid Isteets kutaa Ohaayyoo magaala Kolombos keessa jiraata, Simeen. Waa’ee hojiiwwan isaa Bafqaaduu Morodaa wajjin marii taasise dhiheessina.