Godinaa Shawaa Dhihaa, Aanaa Noonnoo Keessatti  Misirroota Dabalatee Namoonni Cidharra Turan 27 Ajjeefamuun Himame

Naannoo Oromiyaa, godina Shawaa Dhihaa, aanaa Noonnoo keessatti namoonni cidha irra turan 27 balaa boombii fi rasaasaan ajjeefamanii, namoottan 17 immoo mada’uu isaanii aangawoonni fi jiraattonni ibsanii jiru. Balaa Sambataa dheengaddaa halkan keessaa Sa’aatii Sadii irratti raawwate kanaan namoota du’an keesaa misiroonnis akka turan durata’a ganda Giiftii Jaalalaa obbo Nasiruu Umar waabeffachuudhaan gabaasaa isaa keessatti ibsee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Godinaa Shawaa Dhihaa, Aanaa Noonnoo Keessatti  Misirroota Dabalatee Namoonni Cidharra Turan 27 Ajjeefamuun Himame