Shamarree Lammii Yukireen Waraansaa Dheessuun Biyya Baatee As Yunaayitid Keessatti Dandeettii Muuziiqaa Qabdu Dahoo Godhattee Jiraattu

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Bara 2022 erga Raashiyaan Yukireeniin weerartee booda lammiiwwan Yukireen miliyoona 6.5 biyyattii dhiisanii godaanuu isaanii Tokkummaan mootummootaa tilmaamee jira. Odu-gabaasaan VOA Keen Ferabaah Seenaa shamarree lammii Yukireen dandeettii muuziqaa qabdu tokko qorachuun gabaasaa qindeessite Tujubetu dhiyeessa.