Bulchituu kutaa Noorz Karolaayinaa fi dhabata mootumoota gamtoomaniitti Ambaasadara Yunaayitid Isteetis kan turan Niikii Heelii erga dorgomii prezidaantummaa baraanaa keesaa of baasanii boodas deggertoota Paartii Ripaablikaanotaa irraa deggersa argachuu itti fufanii jiru. Gabaastuu VOA Dooraa Meko’aar deggertoonni Heelii filannoo pirezidaantii Joo Baayidenii fi pirezidaantii duraanii Donaald Traamp gidduutti taasifamaa jiruun eenyu akka moo’uu danda’u murteessuuf bu’aa akkamii akka ilaalchisee gabaasaa qopheessite Jaallannee tu dhiheessa.
Niikii Heelii Deggertoota Paartii Ripaablikaanotaa Irraa Deggersa Argachuu Itti Fufanii Jiru
Your browser doesn’t support HTML5