Hamaas Yaada Dhukaasa Dhaabinsaa Fudhateyyuu Gaaffii Ijoo Dhiheesseef Deebii Akka Eegaa Jiru Ibse

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Lolli Israa’el fi Hamaas Gaazaa keessaa taasifamaa jiru Dilbata kaleessaa ji’a sagalaffaa isaa guute. Gareen hidhattoota Faalasxiin kun yaada dhukaasa dhaabuu Yunaaytid Isteetsiin deeggarameef deebii kenneen, gaaffii ijoo dhiheesse irratti, deebii Israa’el eegaa akka jiru ibse. Gabaasa Araash Arabasadii VOAdhaf erge Jaallanne Gammadaatu dhiyeessa.