Biyyoottan Miseensota NATO Yukireeniin Tumsuuf Akka Itti Fufan Waliigalan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Gama Biraan Chaayinaan Gargaarsa Meeshaa Waraanaa Raashiyaaf Kennitu Akka Dhaabdu Gaafatan

Biyyoottan miseensota Dhaabata Tumsa Atilaantiik Kaabaa ykn NATO as waashingtoon DC keesattI walgahii irra jiran walgahii isaanii Roobii kaleesaa irratti gargaarsi biyya Yuukreeniif taasifamuu akka qabu waan wal gaafachiisu akka hin ta’iin walii galanii, Chaayinaa gargaarsa meeshaa waraanaa Raashaadhaaf taasisaa jirtu akka dhaabdus waamichaa taasisaniiru. Xiyaarri waraanaa haaraan Amerikaatti hojjatames akka gara Yukreenitti ergamaa jiru ifa ta’ee jira. Ministera Itisaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti gabaastuun Sagalee Amerikaa, Kaarlaa Baab gabaasaa ergite, Bafiqaaduu tu dhiheessa.