Yoo Joo Baayiden Kaadhimamummaa Dorgommii Prezidaatii Keessaa Of Baasan Eenyutu Bakka Isaanii Kaadhimaa Tahuu Danda’a?

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Pirezidaantiin Yuunaayitid Isteetisi Joo Baayiden Falmii ji’a darbe Doonaald Tiraamp waliin taasisan irratti yeroo tokko tokko waantoota ibsuuf rakkachaa turan hordofee hooggantoonni siyaasaa paartii isaanii akka isaan kaadhimamummaa pireezidaantii keessaa of baasan waamicha dhiyyeessaaf jiran fudhachuu didaniiru. Yoo Baayideen kaadhimamaa warra Dimokiraatii hin ta’an ta’e eenyutu ta’uu dandaa’a? Gabaasaan Iskaat Isternis dorgomtota muurasa ilaaluun qopheesse Mitikkuu Fiqaaduu tu dhiyyeessa