Prezidaant Baayiden Xumura Torban Kanaarra Waa’ee Dorgommii Filannoo Keessaa Bahuu Isaanii Akka Uumata Biyyattiif Bal’inaan Ibsan Dubbatan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Prezidaant Joo Baayiden dorgomii Prezidaantummaa bara kanaa keessaa bahuu buhu isaanii fi itti aantuun isaanii Kaamilaa Haaris akka bakka isaanii buufamanii dorgoman Dilbata kaleesaa deggersa isaanii beeksisanii jiru. Dhimma kana irratti masara Waayiti Haawus irraa Paatsii Widaakuswaaraa gabaasaa qopheesitee Bafiqaaduu tu dhiheessa.