Jiraattonni Magaalaa Adaamaa Prezidaantiin Ameerikaa Dorgommii Filannoo Keessaa Of Baasuun Ejjennoo Sirriidha, Jedhan

Your browser doesn’t support HTML5

Jiraattonni magaalaa Adaamaa, Prezdentiin Ameerikaa Joo Baayiden, Kaadhimamtummaa Filannoo Pirezdaantuummaa Ameerikaa as adeemaa jiru keessaa of baasuun isaanii sirriidha jedhu. Baayiden nami umriin achi fagaate, murtee kana murteessuun dargaaggoonni akka carraa argatan darbees gaggeessitoota biyyoottanii taayitaatti cichan jedhanii fakkeenya gaariidhas jedhu. Galmoo Daawit’tu dubbise.