Prezidaant Baayiden Maaliif Dorgommii Filannoo Keessaa Akka Of Baasan Uummataaf Ibsan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Prezidaantiin Yunaayitid Isteets Joo Baayideen maaliif akka doprgommii filannoo bara 2024 keessa akka bahan Roobii galgala lammiilee biyya isaanii fi Adduunyaaf ibsanii jiru. Waa’ee qormaatawwan filaanoo ji’a sadaasaa dhufu geggeessamu duraniis dubbatanii jiran. Gabaasaa Aniitaa Paawol masara Waayit Haawus irraa qopheessite Bafiqaaduu tu dhiheessa.