Yeroo Olompikii Paarisitti Jalqabaa Jiru Kanatti Jeeqamsa Siyaasaa, Haala Qilleensaa Hamaa fi Yaaddoo Nageenyaatu Faransaayiin Muddee Jira

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Doolaarri biiliyoonaan lakkaa’amu, Turiistoonni miiliyoonaan lakka’amanii akkasumas Atileetonni kumootaan lakka’amanii fi humni nageenyaa hedduun sirna baninsa Olompikii Paariis jimaata har’aa galgala Laga seenni irratti taasifamu dudduuba warra jiranidha. Jaarraa keessatti magaalaan yeroo jalqabaaf dorgommii Olompikii kana qopheessite Paaris Jeequmsaa siyaasaa, haala qilleensaa badaa, sodaawwan daandii cufuu tokko tokko, sodaa Kooviid 19 fi waamichi lagannaa hojiis ishee mudateera. Gabaasa Lisaa Braayanti sagalee Ameerikaaf Faransaay Paariis irraa ergite Mitikkuu Fiqaaduu tu dhiyyeessa.