Filannoof Guooyynni 100 Yeroo Hafan Kanatti, Duulli Nafiladhaa Pirezidaantummaa Yuunaaytid Isteets Oo'era

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Kadhimamaan Prezidaantummaa garee paartii Repaabilikaanotaa Doonald Traampii fiu paartii Dimokraatotaa bakka bu’uudhaan prezidaantummaadhaaf kaadhimamuuf kan dorgomaa jiran, duulaa torban kana bakkaawwan paartii lammaniifuu hin loognee keessaati taasisaniin dhagaa wal irrttai darbachaa turan.

Yemmuu filannoo waligalaatiif jiinii Sadii hafee jiru kanatti doegoomtoonii lamman duula na filaadhaa taasisanu keessaati, haala ho’aa ta’een akka walqeequuf deeman eegama . Gabaasa Veeronikaa Baaldaraas Washingtoon irraa qopheesitii akka itti anutti haacaqasnu.