Itiyoophiyaan riiformii diinagdee haaraa keessumaa sharafa maallaqa alaa gabaa gidduu galeessa godhate erga ifoomsitee har’a guyyaa sadaffaa isaa qabateera. Guyyaa guyyaatti baankonni Itiyoophiyaa keessaa gatii sharafa biyyoota alaa baasaa jiraniinis guyyoota Sadan kana keessatti Doolara Ameerikaan yommuu ilaalmu birriin Itiyoophiyaa humni bituu isaa dhibbeentaa soddomaa oliin gadi bu’eera. Guyyaa Roobii har’aas gatiin Doolaaraa sa’aa duraa booddee yommuu ilaalamu daballii agarsiiseera. Mitikkuu Fiqaaduu dhimma kana irratti ogeessa dubbise qaba.
Rifoormiin Dinagee Haaraan Itiyoophiaan Ifoomsite Kan Sharafa Maallaqa Alaa Giddu-galeessa Godhate Hagam Rakkoo Biyyattii Fura?
Your browser doesn’t support HTML5