Kitaabni seenaa oromoo fi seenaa qabsoo goota oromoo gujii hajii Mohammad Quuxxaa ilaalchisuun barreeffame tibbana magaalaa finfinneetti eebbifameera. Barreessaan kitaabichaa Dr. Ilfinaa Uddeessaa kitaabni seenaa kun dhaloonni seenaa goototaa qoratee akka barreessuuf ka’uumsa ta’a jechuun ibsaniiru. Dr.Ilfinaan biyya Ingiliiziitti yuunivarsiitii ‘caterbury christ church’jedhu keessatti kan barsiisan yoo ta’u hojiilee tola ooltummaan Oromiyaa godina Gujii keessattis ijoollee shamarraniif deeggarsa taasisuun barsiisaa jiru.
Ogeessa Shamarran Deggersa Barnootaa Hin Qabneef Qooda Guddaa Gumaachaa Jiran
Your browser doesn’t support HTML5