Xiyyaara geejibaa Finfinneerraa gara Maqaleetti gaafa Hagayya 16 bara 2016 balaalii’uuf ture irratti seera Aviyeeshiinii cabsuudhaan namoonni ja’a kanneen jeequmsa uumuuf yaalaniiru jedhaman to’annaa jala oolfamaniiran guyyaa lammaffaaf har’a mana murtiitti dhiyaataniiru. Abukaatoo shakkamtootaa keessaa tokko kan taate Jamilaa Mesfiin manni murtii gaaffii mirga wabii dhiyyateef kufaa taasisuun gaafii Poolisiin Federaalaa beellama guyyoota 14 irratti gaafate raggaasiiseera jechuun sagalee Ameerikaatti himaniiru.
Poolisiin gama isaan seera Aviyeeshinii cabsuu isaaniin alattis qorannaa Shoroorkeessummaa shakkamtoota irratti waannan jalqabeeruuf mirgi wabii akka hin kabajamneef jechuun kan iyyate. Tsehaay DaamxoO Finfinnee irraa dabalata ergiteett