Ajjeechaa Iggitamtoota Ja’aa Kanneen Gaazaa Keessatti Raawwate Mormuun Israa’el Keessatti Hiriiri Mormii Guddaan Geggeessame

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Ajjeechaa Iggitamtoota Ja’aa Kanneen Gaazaa Keessatti Raawwate Mormuun Israa’el Keessatti Hiriiri Mormii Guddaan Geggeessame

Namoottan garee Hamaasiin butamanii jiran keesaa jaha kibbaa Gaazaa keessatti ajeefamanii argamuun isaanii mootumaa Israa’eel daran aarsee jira. Mootummaan Israa’el waligaltee dhukaasa dhaabuu irraa gahuu dhiisuu isaatiif namoonni ammi tokko arii isaanii ibsaniiru. Waldaan Hojjatoo Israa’el inni miseensota hedduu qabuu, Wixata har’aatii kaasee amma mootummaan Israa’el waligaltee dhukaasa dhaabu irra gahutti tarkaanfii hojii dhaabuu labsee jira.