Turkiin Humna Galaanaa Ishee Babal’ifachuuf Hojiin Itti Jirtu Biyyoota Nannoo Jiran Yaaddessee Jira

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Turkiin humnaa waraana galaanaa guddaa ijaaruudhaan Awuroopaa keesaatti ol aantumaadhaan mul’achuuf hojjechaa jirti. Ijaarsii humna galaanaa ka biyyoottan olaa ishee shakiif yaadoo keesaa galchee jira. Turkiin Ijaarsii umna galaanaa kun ittisa biyyaatiif qofa jettus gara Afrikaa Bahaatti ce’uudhaan buufata humna galaanaa ishee Somaliiyaa keessatti qabaachuuf waligaltee malateesitee jirti. Gabaasaa Dooriyaan Joonsiin Istaanbul irraa qophaa’e Bafiqaaduu tu dhiheessa.