Waggaa 23faan guyyaa Fulbaana 11 Ka shororkeesitoonni dachee Amerkaa irraatii haleellaa raawatanii lammileen Amerikaa kumaan lakkawaman fixan kaleessa yadatamee oole. Itti antuu prezidaantiin Yunayitid Isteetisii fi yeroo amma Prezidaantumaadhaaf kan dorgomaa jiran Kaamilaa Hariis, prezidaant Joo Baayiden waliin ta’uudhaan sirna yaadannoo kana irratti hirmaataniiru. Prezidaantii duraanii fi dorgomii baranaa irratti kan hirmaatan Doonaald Traampis sirna kana irratti argamaniiru. Masaraa Waayit Haawusitti gabaastuun VOA Anitaa Paawol gabaasaa Niyoork iraa ergite Tuujubee tu dhiheessa.
Sirnni Yaadannoo Waggaa 23ffaa Namoota Kumaan Lakkaawaman Haleellaa Fulbaana 11 Shororkeessotaan Raaw’atamee Niyoorkitti Geggeessame
Your browser doesn’t support HTML5