Ji’a lama giduutti yeroo lammataaf aggaamiin ajjeechaa irratti raawachuu eega aangawoonni beeksisanii boodaa Prezidaantiin Yunaayitd Isteets duraanii Doonaald Traamp nagaa isaanii akka jiran himamee jira. Biiroon Qorannoon Feederaalaa FBI shakkamaa kana to’annoo jala oolchuudhaan dhimmicha qorachuutti adda durummaa fudhatee jira.
Gabaasaa Aniitaa Paawol Waayit Haawus irraa dhimma kan irratti qopheesite Jaaldhanee Gammadaa tu dhiheessa.