Misaa’ela Hidhattoota Hutiin Isiraa’elitti Dhukaasame Biyyi Isaanii Akka Ijaa Baatu Muummichi Ministaraa Isiraa’el Dubbatan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Ergaa Haleellaan misaa’elaa Iisraa’el irratti raawatee booda, biyii isaanii deebii cimaa akka kennitu Muummichii Ministraraa Baanjamiin Netaanyaahuu ibsaniiru. Yeroo lolli Isiraa’elii fi Hamaas babal’achaa jiru kanatti gareen hidhatootaa Hutii inni Iraaniin akka gargaaramu himaamuu fi Yemen keesa Socho’u haleellaa sana akka raawwate beeksiseera. Dhimma kana irratti gabaasnii Araas Arabsaadii qopheesse Bafiqaaduu tu dhiheessa.