Qaamonni Alaa Dhimma Filannoo Yunaayitid Isteetis Keessa Harka Galfachuuf Tattaaffii Isaanii Jabeessaa Jiru, Jedhame

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Qaamonni yokaan mootummoonni Ameerikaa morman, ba’ii filannoo pirezidaantummaa kan Yunaayitid Isteetis irratti dhiibbaa uumuuf tattaaffii isaanii jabeessaa akka jiran, aangawoonni nageenyaa ibsanii jiran. Odu gabaasaan Nageenya Biyyaalessaa kan VOA Jef Seldin duulawwan filattota Yunaayitid Isteetis irra dhiibbaa cimaa kaa’uuf duulli geggeessamu babal’achaa jiraachuu ilaalchisuun gabaasaa erge Tujubee tu dhiheessa.