Kaadhimamtonni Prezidaantii Yunaayitid Isteetis Dhimma Taarifa Oomishaalee Alaa Galfaman Irratti Dabaluurratti Ejjennoo Walitti Dhihoo Qaban

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Bulchiinsi Prezidaant Joo Baayidenii fi Bulchiinsi Doonald Tiraamp waa’ee daldala Chiyinaa wajjin taasifamuu irratti qaraxa dabaluudhaan walqabatee ejjannoo wal irraa hin fagaannee qabu. Prezidaantumaa itti-anuuf kaadhimamtoonni dorgomaa jiran omishaalee Chaayinaa irraa galan irratti waa’ee qaraxa kaa’uu fi warshaalee US umneesuu irratti akka dubbachaa jiran ibsu xiinxaltoonni.

Lolli daldalaa kun miidhaa inni fayyadamtootaa irraan gahu ilaachisuudhaan Gabaasa Elithaabeet Lee VOA dhaaf qopheesite Jaalannee Gammadaa tu dhiheessa.