Mohaamed Dhekkaamoo Itiyoophiyaa irraa ka’ee Yemeniin qaxaamuruudhaan biyyaa Saawudii Arabiyaa erga seenee ji’a lama booda, dhukkuba hamaan qabamee qaamni isaa laamsha’e. Achii booda waggoota lamaa fi ji’a afurii oliif hospitaala Al Faashaa keesaa poolisiin marsamee ciisaa jira.
Mohaammad Dheekkamoo: Nama Hojii Barbaacha Gara Saawudii Arabiyaatti Bahee, Carraan Isaa Waggoota Lamaa Oliif Hospitaala Keessa Ciisuu Tahe
Your browser doesn’t support HTML5