Gareeleen Dhimma Lola Gaazaarratti Imaammata Baayiden Morman Filannoorratti Akka Haarisiif Sagalee Hin Kennine Ibsaa Jiran

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Gareen sochii biyyaleesaa warreen garee siyaasaa kamiifuu waadaa hin seeniin yokaan “Uncommited National Movement” jedhamee beekamu, kan imaamataa bulchiisni Joo Bayiden lola Gaazaa irratti qabu mormu Kaamilaa Hariisiif akka sagalee isaa hin kennine ibsee jira. Gareen biroo Palastaayiniin degeruufii “ Haarisiin Dhiisaa” jedhu filannoo dhufu keessatti akka Kamilaa Haaris mo’aman akka hojjachaa jiru ibsee jira. Gareen kun filannoo irratti dhiibaa umuu danda’a? gaafii jedhu irratti Waayit Hawusitti gabaastuun VOA Paatsii Widakuswara qopheesite Baafiqaaduu tu dhiheessa