Waa’ee Wal-falmii Itti-aantota Kaadhimamtoota Prezidaantii Yunaayitid Isteetis Geggeessamee Deggertoonni Paartiilee Lamaanii Maal Jedhu

Your browser doesn’t support HTML5

Filannoo Prezidaantumaa US irratti teessoo itti anaa prezidaantii qabachuudhaaf kan paartii isaanii bakka bu’anii dorgomaa jiranu paartii Dimokiraatotaa irraa Bulchaan kutaa Minisootaa Tiim Wolz, paartii Repaablikaanotaa irraa Senaateer JD Vaans qibxata kaleessa galqala kalatiindhaan magala Niwu yoork keessatti walfalimii taasiasaniru. Waa’ee too’annoo qawwee, waa’ee mirga wal hormaataa, wa’ee walakeesaa bahaa irratti imaammata paartii isaanii dhiheesaniiru. Mitku Fiqaaduu dhimma kana irrtti Yuniversitii Mayamii irraa Dokteer Ittanaa Habtee degeraa Dimokraatotaa, Kutaa Poortii laand irraa Obbo Lalisaa Hiikaa degeraa Ripaablikaanootaa haasofsiisee jira.