Qabeenyaa Oromiyaan Qabdu Beeksisuutti Kan Fuuleffate Torban Tuuriizimii Oromiyaa Eegalame

Your browser doesn’t support HTML5

Komishiniin Turizimii Oromiyaa qabenya turizimii Oromiyaan qabdu Aaddunyaatti beeksisuuf torban Turizimii Oromiyaa qopheessuu isaa itti aanaan komishinicha obbo Nagaa Waadajoo dubbatan. Dhaabbilee hedduun hojii turizimii waliin wal qabaatu hojjetanis Torban Turizimii Oromiyaa kana irratti hirmaachaati jiru. Tsahaay Daamxoo Finfinnee irraa gabaasa qabdi.