Haleellaan shororkeessummaa Hamaas Onkoloolessa darbe Israa’el irratti raawwate waldhabdee seenaa dhiyoo keessatti ajjeechaa gaazexeessitootaa fi hojjettoota miidiyaa dhaqqabsiise isa hamaa dha. Isaan keessaa yoo xiqqaate 116 – hundi isaanii jechuun ni danda’ama Falasxiinota –VOAn gaazexeessitoota waldhabdee kana gabaasanii fi xiinxaltoota miidiyaa kanneen gaazexeessitoota naannoo sana keessa bilisa ta’anii socho’uu danda'an qabaachuun maaliif barbaachisaa akka ta'e ibsan waliin dubbateera. Kiristiinaa Kaayiseedoo Ismiit fi Liyaam Iskoot gabaasaa ergan Tujubee tu dhiheessa.
Daafoon Haleellaa Shororkeessummaa Waggaa Dabre Isiraa’el Irratti Raaw’atee Gaazzexeessotaa fi Hojjetoota Miidiyaarratti Balaa Hamaa Fide
Your browser doesn’t support HTML5