Kutaa Mishigan Keessatti Himannaa Hanna Sagalee Filannoo Hambisuuf Hojjatama Jira

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Prezidantiin Yunaayitid Isteetis duraanii fi deggertoonni isaanii hedduun, ragaa tokko osoo hin dhiyeessin filannoon bara 2020 hatame jechuu dhaan bara 2024 waan wal fakkaatu ta’uu mala jechuun akeekkachiisaa jiran. Angawoonni filannoo Dimokraatotaa fi Ripaablikaanotaa kanneen kutaa Michigaan keessaa himannaa sana mormuu dhaan lammiiwwan Ameerikaa sagaleen isaan kennan sirrii ta’uu mirkaneeffachuuf hojjetaa jiran. Gabaasa Paatsii Widaak-swaaraa Michigaan irraa ergite Tujubetu dhiyeessa.