Bakka Balaan Obonboleettii Kaaleessa Dhahe Filooriidaa Magaalaa Tempaa Namni Jiraatan Miidhaan Dhaqqabe Guddaa Tahuu Ibsan

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Balaan Obomboleetti maqaa Miltan jedhamuun moggaafame kaleessa kutaa Yunaayitis Isteetis, Filooriidaa dhahuun miidhaa geessisuun himamee jira Kutaa Filooriidaa, magaalaa Taampaa, bakka Weeslii Chaappil (Wesley chapel) jedhamu ka jiraatan Obbo Imaanuu'el Badhaasoo, Jaallanneen bilbilaan waa’ee balaa sanaa dubbistee jirti. Hala kaleessaa ture ibsuun eegalan.