Humnoonni Waraanaa Sudaan Tokkummaan Emeratoota Arabaa Meeshaa Waraanaa Garee RSFf Dhiyeesse Jechuun Himate

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Raayyaan Ittisa Biyyaa Sudaan Tokkummaan Emireetota Arabaa garee Humna Addaa Sudaan kan “RSF” jedhamuuf meeshaa waraanaa kenne, jechuun himata. Gochan kun uggura meeshaa waraanaa kan Tokkummaa Mootummootaa kaa’e cabse, kan ittiin jedhe saanduqa Sagalee Ameerikaatti agqarsiisee jira. Humni Waraanaa Sudaan akka jedhutti Saanduqi agarsiise kun boombii Humnoonni addaa Sudaan isaan irratti isaan irratti fayyadamu of keessaa qaba. Teessoon irratti barreeffamee jiru kan qaama loojistikii waraana Yunaayitid Arab Emireetisi, chaappaa biyyichaas of irraa qaba, jedha gabaasaan Henrii Wilkins erge, Tujubnee tu dhiheessa.