Waa’ee Kirikira Lafaa Gaara Fantaalleerraa Ka’ee Finfinnee fi Iddowwan Birootti Dhaga’amee Jiraattonnii fi Ogeessi Ji’ooloojii Maal Jedhu?

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dilbata galgala gaafa Onkoloolessa 06 bara 2024 sochiin lafaa Itoophiyaa naannawa Awaash, Gaara Fantaalleetti mudachuu isaa fi sochiinsaa magaalaa Finfinnee dabalatee iddoo hedduutti dhaga'amuu maddeen oduu adda addaa gabaasanii jiran. Iddoon sochiin lafaa kun irraa maddee Oromiyaa Magaalaa Finfinnee irraa gara Kaaba Bahaatti fageenya kiilomeetira 165 irratti argama. Jaallanneen jiraattoota naannoo sanaa fi ogeessa ji’ooloojii,Yuniversitii Saayinsii fi Teknooloojii Adaamaa irraa dubbistee jirti.