Abdii Abbaa Jabaal, Baqataa Mana Juusii Niwyoorki Keessatti Banee Itti Milkaahe

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Abdii Abbaa Jabaal as Yunaaytid Isteets Magaala Niiw Yoorki keessatti mana juusii 'Oasis Jimma Juice Bar' jedhamu bane keessatti nyaataa fi dhugaatii fayyaa namaatiif tolu dhiheessa. Hojiin isaa kun jaalatamuurraa namootaa fi dhaabilee bebeekkamoo heddutu isa wajjin hariiroo baafaafatanii hojjachaa jiraachuu ibsa. Dhiheenya kana magaalli Niiw Yoorki Gumii Mootummoota Gamtoomanii yeroo keesummeessitu innis hirmaattotaaf naannoo sanitti nyaataa fi juusii dhiheessuf achitti argamee ture. Gabaastuu VOA Edeen Garamoo achitti argitee isa dubbistetti, Tigist Gammeetu qindeesse.