Kanneen Asmaraatti Walga’an Hoogganoonni Ertiraa, Masrii fi Somaaliyaa Deggersa Somaaliyaaf Kennuurratti Waliigalan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Hoggantoonni Eertiraa, Masrii fi Somaaliyaa waaltaalee Somaaliyaa fi raayyaa ittisa biyyaa akkasumas abbaa biyyummaa ishee eeguu fi shororkeessummaa ittisuuf deeggarsa akka taasisan waliigalan. Abdel Fattah el-Sisi, Hassan Sheek Mohaamud fi Isaayyaas Afwerkii Kamisa kaleessaa waliin ta’uun ibsa kennaniin, dandeettii waaltaalee mootummaa Somaaliyaa guddisuuf wal ta’iinsaa fi qindoomina biyyoota sadan gidduu jiru cimssuuf walii galee jirra jedhan. Gabaasaa Harun Maruuf fi Asmaamaaw Ayyelee qopheessan Tujubetu dhiyeessa.