Muuziyeemii Uumata Ameerikaa Ganamaa Magaalaa Los Aanjeles Keessaa

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Bara 2019 irraa eegalee bulchiinsi kutaa Kaalifoorniyaa guyyaa Kolomboos jedhamu kan baatiin Onkoolooleessaa seenee Wiixta isa lammataa kabajamuu guyyaa ummatoota ganamaa Amerikaa keessa jiraatan jechuun ifatti kabajamee jira.Jeeniyaa Duuloot, ayyaana Muuziyeemii Geetii ka Los Anjeles, keessaa kan namoota gara 2,000 hirmaachise daawwachuun gabaasaa qindeesse, Jaallannee tu dhiheessa.