Ba’ii Filannoo Yunaayitid Isteetis Bara 2024tiif Iji Kaadhimamtoota Prezidaantummaa Kutaalee Biyyattii Toorbarra Buufatee Jira 

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Yuunaayitid Isteetis keessatti iji hundinuu kutaalee biyyattii torba kanneen itti ba’a filannoo pireezidaantii bara 2024 murteessu jedhaman irra jira. Waggoota dhiyoo as gariin isaanii haalli siyaasaa isaanii jijjiiramus kutaa warra Iswiing jedhaman ka baha biyyatti irraa Nevaadaa keessaa uummatni sagalee kennu paartii warra gurguddaa keessaa tokkorrattis ta’e kaanirratti cimsanii yommuu hirkatan hin mu’latu. Gabaasa Dora Mehkiwaar Laasveegaas irraa qindeesite Mitikkuu Fiqaaduu dhiyeessa.