Ibsitu - Bayii Filannoo Tilmaamuf, Yaada Uummataa Walitti Qabuu

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Yeroo duula filannoo kamuu filattootni fi kaadhimamtoonni haala yaada ummataa itti madaalan qabaachuun murteessaadha. Yaada hawaasaa walitti qabuun— saamuda filattotaa qorachuun — namni hundi haala jiru akka hubatuu fi akka garee itti tole deeggaruu taasisa. Garuummo, adeemsi isaa hanqina qaba.