Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis Har’a Gara Jarmaniitti Imalan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Pirezidaantiin Yunaayitid Isteetis Joo Baayiden eega torban darbe obomboleettiin Milten imala isaaniitti danqaa tahee booda, Kamisa har’aa gara Jarmaniitti deemanii jiran. Isaanii fi hoogganaan Jarmanii deggersa Yukireeniif taasisan irratti dhiibbaan cimaan isaan mudatee jira. Lamaanuu dhiyeenya kana deggersa naga eegumsaa kennan labsan. Gabaasaa Aniitaa Paawel Tujubeetu dhiheessa.