Sababaa Loogii, Jijjiirama Qilleensaa, Hiyyummaa fi Kufaatii Dinagdeen Namonni  Biliyoonaan Lakkaa’aman Beelaaf Saaxilaman

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Waxabajjii 16 "Guyyaa Nyaata Addunyaa" ilaalachisee barreessaa dureen Tokkummaa Mootummoota Antooniyoo Guterees “beelaa fi hanqinni nyaataa dhugaa jireenyaati” jechuun namoota biliyoonaan lakkaa’aman sababaa loogii, jijjiirama qilleensaa, hiyyummaa fi kufaatii dinagdeen rakkataa jiru jedhan.”Gama kaaniin guutuummaa addunyaa irratti, shamarran fi dubartoota 8 keessaa tokko, umurii 18 dura gudeeddii ykn miidhaa saalaa kan mudate ta'u,UNICEF gabaasee jira. Mata duree lamaan kana irratti gabaasa Sagaleen Ameernikaa qindeesse Jaallanneetu dhiyeessa.